dabaaqula ma.

GAO

Hiika

ija yookiin buusaa gurguddaa akka kuwaasii, ka hidda lafa lowu irratti biqilu, kan babbaqaqsanii, affeelanii nyaatan, yookiin kan shishifeessanii, murapii waxii irraa tolchan, buqqee, bucii.
Sponsors