kan haalaan waa hin beekne, gowwaa, daafanaa; "Daallee nafa dhayanii, qaroo bira dayan". 2. maqaa s...
kan haalaan waa hin beekne, gowwaa, daafanaa; "Daallee nafa dhayanii, qaroo bira dayan". 2. maqaa sa...
1.bifa fardaa kan gara diimaatti gaalchu; Farda daamaa. 2. maqaa fardaa; Daamaan sakaallaa kutee, ca...

mi'a taphaa, kan waan akka qulfii uffataa fafakkaatu, kudha lama gabatee sararamaa irra ququphansiis...

hanxaxii yookiin sooyyama walitti luulless hidhan, kan keessumattuu guyyaa masqalaa yookiin qaam'ee ...

1 . damma kanniisaa kan holqa biyyoo keessatti dammeessitu, kan maqaan isaa damma daamuu jedhamu. 2....

gosa munyuuqaa (bararoo) bifa gugur'aattii tan dhaqna midhaan cal'aa boqqolloo, bisingaa, w.k.f kees...