Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
daamaa 1 ad.
daamaa 1 ad.
GAO
Hiika
1.bifa fardaa kan gara diimaatti gaalchu; Farda daamaa. 2. maqaa fardaa; Daamaan sakaallaa kutee, caffee gamaa laaleetoo, mee! na bobbaasi jedha, yaa nama kophee hinqabne, mee! naaf moggaasaa jedha, kophee ormaa ilaaleetoo.
Sponsors