Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
daadee ma.
GAO

ilkaan hunda booddee  biqilu, kan gara aagaatti dhiyaatu; Daadee biqilchinaan guddinni  raawwachuu...

daadee ma.
GAO

ilkaan hunda booddee  biqilu, kan gara aagaatti dhiyaatu; Daadee biqilchinaan guddinni  raawwachuu...

daadhaa
GAO

"daara 2" ilaalaa.

daadhii ma.
GAO

dhugaatii dammaafi geeshoo bishaaniin dhuubame irraa hojjetamu, booka; Daadhii malee birziin geeshoo...

daadhii ma.
GAO

dhugaatii dammaafi geeshoo bishaaniin dhuubame irraa hojjetamu, booka; Daadhii malee birziin geeshoo...

daadoo galchuu go.
GAO

1. warri daadoo hojjetan, yeroon gayeeraa,mana keessanitti galaa! jechuu; Dhaqii daadoo galchi,yeroo...

daadoo galchuu go.
GAO

1. warri daadoo hojjetan, yeroon gayeeraa,mana keessanitti galaa! jechuu; Dhaqii daadoo galchi,yeroo...

daadoo galuu
GAO

"daadoo naqachuu" ilaalaa.

daadoo galuu
GAO

"daadoo naqachuu" ilaalaa.

daadoo ma.
GAO

hojii dabaree walii hojjetan.

daadoo ma.
GAO

hojii dabaree walii hojjetan.

daadoo naqachuu go.
GAO

dabaree waliif Jechuudhaaf walii galuu; Kottu daadoo naqannaa.

daadoo naqachuu go.
GAO

dabaree waliif Jechuudhaaf walii galuu; Kottu daadoo naqannaa.

daafaa ad.
GAO

kan daafe yookiin daate.

daafaa ad.
GAO

kan daafe yookiin daate.

daaffisaa ad.
GAO

1. sodaachisaa,daasisaa. 2. maqaa namaa.

daaffisaa ad.
GAO

1. sodaachisaa,daasisaa. 2. maqaa namaa.

daaffisuu go.
GAO

akka daafu gochuu.

daaffisuu go.
GAO

akka daafu gochuu.

daafuu go.
GAO

1. sodaan dhaqna dhufuu, waan nidhufa Jedhanii yaadaniin nawuu; Oduudhuma xinnoodhaan daafa. 2. saba...

Sponsors