daadoo galchuu go.

GAO

Hiika

1. warri daadoo hojjetan, yeroon gayeeraa,mana keessanitti galaa! jechuu; Dhaqii daadoo galchi,yeroon gayeera. 2. waan namni namaaf godhe yookiin namatti hojjete deebisuufi,dudda deebisuu; Daadoo koo naaf galchuu maaliif diddee? (waan an dura siif godhe maaliif deebiftee naaf hingoone jechuudhaaf.)

Sponsors