Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ciniinachuu go.
GAO

1. ilkaaniin qabuu. 2. garaa jabeeffachuu, obsuu; Kan ciniinnatetu bara hamaa  jala baha.

ciniinamuu go.
GAO

ilkaaniin waraanamuu, boccoqamuu.

ciniinamuu go.
GAO

ilkaaniin waraanamuu, boccoqamuu.

ciniinnaa ma.
GAO

1. ilkaaniin qaba. 2. dhukkuba garaa keessaa waa yeroo nama ciniinu namatti dhagahamu. 3. garaa jabe...

ciniinnaa ma.
GAO

1. ilkaaniin qaba. 2. dhukkuba garaa keessaa waa yeroo nama ciniinu namatti dhagahamu. 3. garaa jabe...

ciniinnachuu
GAO

"ciniinachuu" ilaalaa.

ciniinsisuu go.
GAO

akka ciniinu gochuu.

ciniinsisuu go.
GAO

akka ciniinu gochuu.

ciniinsuu ma.
GAO

1. dhukkuba dayiisa dursee deessuutti dhagayamu, ciniinnaa dayisaa; Ciniinsuu guddinaaf dafanii hin...

ciniinsuu ma.
GAO

1. dhukkuba dayiisa dursee deessuutti dhagayamu, ciniinnaa dayisaa; Ciniinsuu guddinaaf dafanii hind...

ciniintoo
GAO

"ciniinnaa" ilaalaa.

ciniinuu go.
GAO

ilkaaniin qabanii hubuu; Sareen yoo nama ciniinte fayya ta'uu ishii mana hakiimii geessanii baruu b...

ciniinuu go.
GAO

ilkaaniin qabanii hubuu; Sareen yoo nama ciniinte fayya ta'uu ishii mana hakiimii geessanii baruu ba...

cinqa ma.
GAO

gara wallaalchisa,rakkisa; Cinqii abbaatu biyyaa isa baase.

cinqa ma.
GAO

gara wallaalchisa,rakkisa; Cinqii abbaatu biyyaa isa baase.

cinqamuu go.
GAO

gara wallaaluu, dhiphachuu; Sodaattuun waan xinnoof cinqamti.

cinqamuu go.
GAO

gara wallaaluu, dhiphachuu; Sodaattuun waan xinnoof cinqamti.

cinqii ma.
GAO

gara wallaalcha, dhiphina, rakkina; Rakkatan cinqii hindanda'u.

cinqii ma.
GAO

gara wallaalcha, dhiphina, rakkina; Rakkatan cinqii hindanda'u.

cinquu go.
GAO

gara wallaalchisuu, dhiphisuu mudduu; Mucaa cinqee manaa baaseeti saragee taasise.

Sponsors