ciniinnaa ma.

GAO

Hiika

1. ilkaaniin qaba. 2. dhukkuba garaa keessaa waa yeroo nama ciniinu namatti dhagahamu. 3. garaa jabeeffacha, obsa; Ciniinnaan bara hamaa jala bahe
Sponsors