Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
cinaa ma.
GAO

1. karaa bitaa yookiin mirgaa, maddii; Isa cinaa  dhaabbateeti  eeboo darbate. 2. gartokkee, gami...

cinaa ma.
GAO

1. karaa bitaa yookiin mirgaa, maddii; Isa cinaa  dhaabbateeti  eeboo darbate. 2. gartokkee, gamis...

cinaacha 1 ma.
GAO

lafee qaqal'aa qaama namaa yookiin horii bitaafi mirga irratti argamu.

cinaacha 1 ma.
GAO

lafee qaqal'aa qaama namaa yookiin horii bitaafi mirga irratti argamu.

cinaacha 2 ma.
GAO

gar tokko, walakkaa; Sangaa cinaacha bitate; cinaacha tokkoon ciise.

cinaacha 2 ma.
GAO

gar tokko, walakkaa; Sangaa cinaacha bitate; cinaacha tokkoon ciise.

cinaan
GAO

"cidhaan" ilaalaa.

cinca'uu go.
GAO

"ciinca'uu ilaalaa.

cinca'uu go.
GAO

"ciinca'uu ilaalaa.

cincaa 1 ad.
GAO

1. lafa qaljii hinta'in; Lafti cincaan midhaan hinmagarsu. 2. durbummaan kan akka laayyootti hinbad...

cincaa 1 ad.
GAO

1. lafa qaljii hinta'in; Lafti cincaan midhaan hinmagarsu. 2. durbummaan kan akka laayyootti hinbadn...

cincaa 2
GAO

"ciincaa" ilaalaa.

cincaa 2
GAO

"ciincaa" ilaalaa.

cinceessuu
GAO

"ciincessuu" ilaalaa.

cingitii
GAO

"xunjutii" ilaalaa.

cinii ma.
GAO

hanqaaquu injiraanii; Mataan injiraan godhate cinii hindhabu.

cinii ma.
GAO

hanqaaquu injiraanii; Mataan injiraan godhate cinii hindhabu.

ciniina ma.
GAO

1. ilkaaniin qabiisa. 2. dhukkubbii garaa kan akka waan i+kaaniin yeroo nama qabanii namatti dhaga'...

ciniina ma.
GAO

1. ilkaaniin qabiisa. 2. dhukkubbii garaa kan akka waan i+kaaniin yeroo nama qabanii namatti dhaga'a...

ciniinachuu go.
GAO

1. ilkaaniin qabuu. 2. garaa jabeeffachuu, obsuu; Kan ciniinnatetu bara hamaa  jala baha.

Sponsors