Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
cinaa ma.
cinaa ma.
GAO
Hiika
1. karaa bitaa yookiin mirgaa, maddii; Isa cinaa dhaabbateeti eeboo darbate. 2. gartokkee, gamisa; Xaafii fe'isa tokkoofi cinaa gurgurate.
Sponsors