Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
callaa 4 da.go.
GAO

miiltoo malee, kophaa kophaa; Jara keessaa isa callaatu hate.

callaa 4 da.go.
GAO

miiltoo malee, kophaa kophaa; Jara keessaa isa callaatu hate.

callaa 5 ma.
GAO

sharafa qarshii, saantima; Qarshii dhiiseeti callaa fudhate.

callaa 5 ma.
GAO

sharafa qarshii, saantima; Qarshii dhiiseeti callaa fudhate.

callabbaa'uu go.
GAO

1. qabeenyi namaa baay'achuu, bu'aa argachuu; Namichi sooromeeti callabbaa'e. 2.jiidhanii tortoruu;...

callabbaa'uu go.
GAO

1. qabeenyi namaa baay'achuu, bu'aa argachuu; Namichi sooromeeti callabbaa'e. 2.jiidhanii tortoruu; ...

callee ma.
GAO

1. jifaara mi'a akka ukkee, okolee ittiin goodan; Callee adii ukkeetti naqatte. 2. jifaara kirriitti...

callee ma.
GAO

1. jifaara mi'a akka ukkee, okolee ittiin goodan; Callee adii ukkeetti naqatte. 2. jifaara kirriitti...

calleeffachuu go.
GAO

hibiqii keessaa baasuu, qulqulleeffachuu.

calleeffachuu go.
GAO

hibiqii keessaa baasuu, qulqulleeffachuu.

calleeffamuu go.
GAO

qilleensatti kennamuu, qulqulaa'uu.

calleeffamuu go.
GAO

qilleensatti kennamuu, qulqulaa'uu.

calleessa buluu go.
GAO

hagabuu buluu; Hiyyeessi harka caalaa calleessa bula.

calleessa buluu go.
GAO

hagabuu buluu; Hiyyeessi harka caalaa calleessa bula.

calleessisuu go.
GAO

akka calleessu gochuu.

calleessisuu go.
GAO

akka calleessu gochuu.

calleessuu go.
GAO

waan hinbarbaadamne midhaan keessaa baasuu, qilleensatti kennuu, soruu; Qoorbiidhaan garbuu calleeff...

calleessuu go.
GAO

waan hinbarbaadamne midhaan keessaa baasuu, qilleensatti kennuu, soruu; Qoorbiidhaan garbuu calleeff...

callisa ma.
GAO

cal jecha, dubbii dhiisa; Nama dubbiin nama dhibe callisaan dhiban.

callisa ma.
GAO

cal jecha, dubbii dhiisa; Nama dubbiin nama dhibe callisaan dhiban.

Sponsors