callabbaa'uu go.

GAO

Hiika

1. qabeenyi namaa baay'achuu, bu'aa argachuu; Namichi sooromeeti callabbaa'e. 2.jiidhanii tortoruu; Bookkaan daara isaa callabbeesse. 3. gar-malee diilallaa'uu; Bunni kun hincallabbaa'e.
Sponsors