Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
buttaa ma.
GAO

sangaa yookiin korma gaafa Gadaan kabajamu lubni qalu; "Lamuun buttaa qalaa jennaan, buttaatu lammat...

buttaa qaluu go.
GAO

seera Gadaa keessatti yeroo ijoollee dhaqna qaban yookiin ennaa ayyaanni Gadaa kabajamu korma yookii...

buttaa qaluu go.
GAO

seera Gadaa keessatti yeroo ijoollee dhaqna qaban yookiin ennaa ayyaanni Gadaa kabajamu korma yookii...

buttujjii ma.
GAO

1.kurfaayaa mataa waan ta'ee; Uleen buttujjii qabu akka laayyootti nama harkaa hinbawu. 2. qamadii ...

buttujjii ma.
GAO

1.kurfaayaa mataa waan ta'ee; Uleen buttujjii qabu akka laayyootti nama harkaa hinbawu. 2. qamadii y...

buttullee ma.
GAO

1."shuggee" ilaalaa. 2. waan xiqqoo akka buttulee, gabaabaa akka shuggee.

buttullee ma.
GAO

1."shuggee" ilaalaa. 2. waan xiqqoo akka buttulee, gabaabaa akka shuggee.

buttuu ma.
GAO

1.allaattii waaqa keessaa yeroo lafatti waa argitu gadi of da bitee waan argite san fudhattu, culul...

buttuu ma.
GAO

1.allaattii waaqa keessaa yeroo lafatti waa argitu gadi of da bitee waan argite san fudhattu, culull...

butuchiisuu go.
GAO

akka bututu goosisuu; Mirgoo goobaa harqoota itti hidhanii gadi lakkisanii butuchiisuu waayya.

butuchiisuu go.
GAO

akka bututu goosisuu; Mirgoo goobaa harqoota itti hidhanii gadi lakkisanii butuchiisuu waayya.

butuchuu go.
GAO

akka bututu gochuu.

butuchuu go.
GAO

akka bututu gochuu.

bututa ma.
GAO

1. uffanni rnoofa'ee dhuma, ciccita. 2.(hojii humnaa hojjetanii yookiin karaa deemanii) hara rnalee ...

bututa ma.
GAO

1. uffanni rnoofa'ee dhuma, ciccita. 2.(hojii humnaa hojjetanii yookiin karaa deemanii) hara rnalee ...

bututtuu ma.
GAO

uffata yookiin carqii moofa'ee ciccite.

bututtuu ma.
GAO

uffata yookiin carqii moofa'ee ciccite.

bututuu go.
GAO

1. uffanni rnoofa'ee dhumuu, ciccituu. 2. hojii humnaa hojjetanii yookiin karaa dheeraa deemanii har...

bututuu go.
GAO

1. uffanni rnoofa'ee dhumuu, ciccituu. 2. hojii humnaa hojjetanii yookiin karaa dheeraa deemanii har...

butuu go.
GAO

1. waan tokko daddaffiin harka namaa irru fuudhuu. 2. durba haadha rnanaa godhachuuf fedhii isheefi ...

Sponsors