Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
buttujjii ma.
buttujjii ma.
GAO
Hiika
1.kurfaayaa mataa waan ta'ee; Uleen buttujjii qabu akka laayyootti nama harkaa hinbawu. 2. qamadii yookiin garbuu sammuu irratti yookiin biishaan isaa tuuta yookiin mara baay'ee qabu. 3. muka bosonaa kan hojjaan isaa dheeraa, kan ijji walitti fuutaye, yeroo nyaatan kan aannan dhawu.
Sponsors