Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
burii 2
GAO

waan akka dinnichaa kan lafa keessaa qotanii nyaatan kan ofiin biqilu.

burii 3 ma.
GAO

gumaa cidhaanii ka keessatti mi'oon qophaawu.

burii 3 ma.
GAO

gumaa cidhaanii ka keessatti mi'oon qophaawu.

burkuta ad.
GAO

waan iddoo baay'eetti caccabe. 2. gara malee kan hoffaa ta'e. yeroo baay'ee durba haadha manaa godh...

burkuta ad.
GAO

waan iddoo baay'eetti caccabe. 2. gara malee kan hoffaa ta'e. yeroo baay'ee durba haadha manaa godha...

bushaa ma.
GAO

waan hinmi'oofne, kan camii hinqabne. 2. waan gatiin isaa baay'ee hintaane, kan gatiin xiqqaa. 3. i...

bushaa ma.
GAO

waan hinmi'oofne, kan camii hinqabne. 2. waan gatiin isaa baay'ee hintaane, kan gatiin xiqqaa. 3. ij...

bushaa'aa ad.
GAO

kan bareedina hinqabne, -kan fokkisu. 2. "bushaa" ilaalaa.

bushaa'aa ad.
GAO

kan bareedina hinqabne, -kan fokkisu. 2. "bushaa" ilaalaa.

bushaa'uu go.
GAO

bushaa ta'uu

bushaa'uu go.
GAO

bushaa ta'uu

bushaayee
GAO

"busaayee" ilaalaa.

busheechuu
GAO

"busheessuu" ilaalaa.

busheessuu go.
GAO

akka bushaa'u gochuu.

busheessuu go.
GAO

akka bushaa'u gochuu.

buto 1
GAO

"buttuu" ilaalaa.

buto 1
GAO

"buttuu" ilaalaa.

buto 2
GAO

"qiiqqee 2" ilaalaa.

buto 2
GAO

"qiiqqee 2" ilaalaa.

buttaa ma.
GAO

sangaa yookiin korma gaafa Gadaan kabajamu lubni qalu; "Lamuun buttaa qalaa jennaan, buttaatu lamma...

Sponsors