buttaa ma.

GAO

Hiika


sangaa yookiin korma gaafa Gadaan kabajamu lubni qalu; "Lamuun buttaa qalaa jennaan, buttaatu lammata jiraa" jedhe. 2. ayyaana Gadaadhaaf lubni kabaju. 3. "butii" ilaalaa.
Sponsors