Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
biyyee ma.
GAO

1.lafa bullaa’aa; Biyyee haadheeti qawwee keessa dhokse. 2. coraa lafaa kan qotamu. 3. lafa, ardii...

biyyee ma.
GAO

1.lafa bullaa’aa; Biyyee haadheeti qawwee keessa dhokse. 2. coraa lafaa kan qotamu. 3. lafa, ardii...

biyyee nyaachuu
GAO

"du’uu”ilaalaa.

biyyee nyaachuu
GAO

"du’uu”ilaalaa.

biyyeen nama nyaachuu
GAO

"du’uu” ilaalaa.

biyyeen nama nyaachuu
GAO

"du’uu” ilaalaa.

biyyoo
GAO

"biyyee" ilaalaa.

bo'ii
GAO

"boo'ii" ilaalaa.

bo'ii
GAO

"boo'ii" ilaalaa.

bo'ii baasuu
GAO

"boo'ii baasuu" ilaalaa.

bo'ii baasuu
GAO

"boo'ii baasuu" ilaalaa.

bo'oo ma.
GAO

1.”boo’ii” ilaalaa. 2. kutaa katabbii keessaa kan yaadni tokko qofti keessatti ittiin ibsamu.

bo'oo ma.
GAO

1.”boo’ii” ilaalaa. 2. kutaa katabbii keessaa kan yaadni tokko qofti keessatti ittiin ibsamu.

bo'waa ma.
GAO

lafa ciisaa mana irraa fagoo.

bo'waa ma.
GAO

lafa ciisaa mana irraa fagoo.

boba'a ma.
GAO

abiddi arraba yookiin labooba baasa.

boba'a ma.
GAO

abiddi arraba yookiin labooba baasa.

boba'aa ad.
GAO

1.kan boba'u; Abidda boba'aa hin qabatin. 2. abidda, naafxaa yookiin beenzila labooba baasu, boba'u.

boba'aa ad.
GAO

1.kan boba'u; Abidda boba'aa hin qabatin. 2. abidda, naafxaa yookiin beenzila labooba baasu, boba'u.

boba'uu go.
GAO

abiddi laboobuu yookiin arraba bqasuu.

Sponsors