biyyee ma.

GAO

Hiika

1.lafa bullaa’aa; Biyyee haadheeti qawwee keessa dhokse. 2. coraa lafaa kan qotamu. 3. lafa, ardii; Du'anii biyyeen nama nyaachuu.
Sponsors