Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bayyansiisuu go.
GAO

akka bayyanu gochuu, murtii kennisiisuu.

bayyanuu go.
GAO

murtii kennuu, seera itti jiksuu.

bayyanuu go.
GAO

murtii kennuu, seera itti jiksuu.

Bb
GAO

qubee Oromoo isa lammaffaa, A,B, c,

Beedee 1 ad.
GAO

nama yeroo baay'ee mi'a wal irraa bitu yookiin walitti gurguru, maamila.

Beedee 1 ad.
GAO

nama yeroo baay'ee mi'a wal irraa bitu yookiin walitti gurguru, maamila.

beedee2 ma.
GAO

eelee suphee xinnoo, buna irratti akaawwatan.

beedee2 ma.
GAO

eelee suphee xinnoo, buna irratti akaawwatan.

beekaa ad.
GAO

nama beekumsa qabu, ogeessa.

beekaa ad.
GAO

nama beekumsa qabu, ogeessa.

beekamuu go.
GAO

1.maalummaan isaa baramuu, ifa bawuu; Wanti dukkana keessaa bira gayan malee alaalatti hinbeekamu. 2...

beekamuu go.
GAO

1.maalummaan isaa baramuu, ifa bawuu; Wanti dukkana keessaa bira gayan malee alaalatti hinbeekamu. 2...

beekkachuu go.
GAO

1.waan nama irra gawu duraan dursanii barachuu. 2. of eeguu.

beekkachuu go.
GAO

1.waan nama irra gawu duraan dursanii barachuu. 2. of eeguu.

beekkattuu ad.
GAO

tan waan ishii irra gawu duraan dursitee barattu.

beekkattuu ad.
GAO

tan waan ishii irra gawu duraan dursitee barattu.

beeksifachuu go.
GAO

akka ormi namaa beeku gochuu, ifa baafachuu

beeksifachuu go.
GAO

akka ormi namaa beeku gochuu, ifa baafachuu

beeksisa ma.
GAO

1. akka beeku gocha. 2. yaada barreeffamee bakka ifatti argamutti maxxansamu yookiin bakka namni ba...

beeksisa ma.
GAO

1. akka beeku gocha. 2. yaada barreeffamee bakka ifatti argamutti maxxansamu yookiin bakka namni baa...

Sponsors