beekamuu go.

GAO

Hiika

1.maalummaan isaa baramuu, ifa bawuu; Wanti dukkana keessaa bira gayan malee alaalatti hinbeekamu. 2.waan hundi hinqabne yookiin hinhojjenne qabaatanii yookiin hojjetanii maqaan namaa bawuu,waan ta'een gurra argachuu.

Sponsors