Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
226 Jechoota
xinniqee ma.
GAO

bishaan qilee yookiin hallayyaa irraa gadi yaa'u, fincaa'aa.

xinnoo
GAO

"xiqqoo"  ilaalaa.

xinnummaa
GAO

"xiqqeenya" ilaalaa.

xinqissaa ma.
GAO

gosa mishingaa kan agadaa isaa qofa nyaachuuf facaasan, qinxissaa, guumaa.

xinxa'uu go.
GAO

midhaan huuba qabu meeshaa diriiraa irratti naqanii huuba keessaa baasuu, saqacca'uu.

xinxaana ma.
GAO

raammoo muka nyaatu.

Xinxaana'uu go.
GAO

raamrnoodhaan nyadtamuu.

xiqirtii
GAO

"ciqirtii" ilaalaa.

xiqqaa
GAO

"xiqqoo" ilaalaa.

xiqqaachuu go.
GAO

1. baay'ina yookiin guddina dhabuu, xinnaachuu, maddachuu. 2. kabaja yookiin ulfina dhabuu; Waan gad...

xiqqashoo ad.
GAO

kan baay ina hinqabne, xinnoo, maddee; Hee ashaboo xiqqashoo naaf liqeessi?

xiqqeeffamuu go.
GAO

maddee ta'uu, xinneeffamuu, baay'ee ta'uu hafuu.

xiqqeenya ma.
GAO

1.baay'ina yookiin guddina dhaba, xinneenya. 2. kabaja dhaba, xinneenya, salphina.

xiqqeessuu go.
GAO

baay'ina yookiin guddina 'oolchuu, xinneessuu, addee taasisuu.2.kabaja dh wwachuu, xinneessuu, salph...

xiqqoo ad.
GAO

kan baay'ee yookiin guddaa hinta'in, xinnoo, maddee. 2. salphoo, xinnoo kan kabaja hinqabne.

xiqqummaa ma.
GAO

1.guddina 'oola yookiin dhabiisa, Xinnummaa, maddacha. 2. kabaja dhaba, xinnummaa; Saragee wajjin oo...

xir godhuu go.
GAO

dhufuu sagalee qabu gadi dhiisuu.

xiraa ma.
GAO

foolii gadhee,urgaa dhaba,ajaa.

xiraa'aa ad.
GAO

kan fooliin badaa, ajaa'aa.

xiraa'uu go.
GAO

1. fooliin baduu, ajaa'uu. 2. waan badaa hojjetanii jibbamuu.

Sponsors