Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
xiqqaachuu go.
xiqqaachuu go.
GAO
Hiika
1. baay'ina yookiin guddina dhabuu, xinnaachuu, maddachuu. 2. kabaja yookiin ulfina dhabuu; Waan gadhee hojjennaan xiqqaachuun hinoolu.
Sponsors