Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
226 Jechoota
xafa'uu go.
GAO

dhibeen xafaa Jedhamu nama qabuu.

xafaa ma.
GAO

dhibee nafa namaa madeessu, kan akka dhullaa.

Xafiisiisuu go.
GAO

akka xallisu gochuu.

xalafa ma.
GAO

Iuka walitti xaxa. 2. Iuka qaba yookiin luka jaiaa buta. 3. "butii" ilaalaa.

xalafachuu go.
GAO

waan ta'e walitti xaxachuu.

xalafamuu go.
GAO

lukti walitti xaxamuu. 2. lukti jalaabutamuu. 3. "butamuu" ilaalaa.

xalafsiisuu go.
GAO

akka xalafu gochuu.

xalafuu go.
GAO

1.luka walitti cufuu;Sangaa kuffisuu yoo hedan hinxalafu. 2. luka jalaa butuu; Horii buubaan akka ke...

xalala ma.
GAO

booruun akka qarraru gocha, dhimbiiba,calala.

xalalachuu go.
GAO

booruun akka qarraru godhachuu, dhimbiibbachuu, calalachuu.

xalalsiisuu go.
GAO

akka xalalu (calalu)gochuu.

xalaluu go.
GAO

boorun akka qarraru gochuu, dhimbiibuu, gumaafi (gunguruuf)dhangala'aa addaan fowuu, calaluu.

xalasa 1 ma.
GAO

galgala yeroo horiin galu, galchaa sa'aa yookiin horii.

xalasa 2 ma.
GAO

fayyaa ta'iisa, nagaa qabeenya; Inni yeroo baay'ee waan dhukkubsatuuf xalasa hinqabu.

xalashiisuu go.
GAO

akka xalashuu gochuu.

xalashuu go.
GAO

yeroo siribiidhaa(siribsiisaa) qotileen wal duraa duuba midhaan irra qeemuu.

xalayaa ma.
GAO

ergaa waraqata irratti barreeffamee (yeroo baay'ee poostaa keessa kaawwamee) namaaf ergamu, yookiin ...

xalliftuu ad.
GAO

dubartii yookiin dhiira hojii hinqabne, tan akkanumaa ganda irra kaatu.

xallisa ma.
GAO

hojii malee olii gadi deemsa,joora.

xallisaa ad.
GAO

nama hojii hinqabne, kari akkanumaan ganda irra deemu.

Sponsors