Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
365 Jechoota
waggaa 1 ma.
GAO

yeroo ji'a kudhalama qabu; Erga dhalatee waggaan lama darbe.

Waggaa 2
GAO

"hoggaa 2" ilaalaa.

waggartii ma.
GAO

qoricha heexoo ta'u, biqiltuu hidda fakkaattu.

wagii 1 ma.
GAO

beera kabajan, saalfii yookiin safuu; "Wagiif jecha handaaqqoon balbala yoo seentu gadi jetti."

wagii 2 ad.
GAO

kan kadhaa guddaan argame.

wagsiisuu go.
GAO

akka wagu gochuu.

waguu go.
GAO

jabessanii yookiin amsanii kadhachuu; Rakkoo xinnoof jedhanii nama waguu hinbarbaachisu.

wajaawwaja ma.
GAO

waan ta'eef muddama; Wajaawwajaatu hamaa irra isa buuse.

wajaawwajamuu go.
GAO

dubbiif yookiin hojiif muddamuu, ariifachuu.

wajaawwajuu go.
GAO

mudduu, ariifachiisuu.

wajaga ma.
GAO

1. oliifi gadi kaacha, muddama; Wajaga dhiisu malee jiruu hinqixxeeffatu. 2. saalfii dhaba, ija jabi...

wajaga'uu go.
GAO

akka wajagu gochuu.

wajagduu
GAO

"wajagee" ilaalaa.

wajagee ad. 1
GAO

dhaabbiifi,taa'umsa kan hinqabne. 2, saalfi habeettii, nama arrabsuu tan jaallattu; wajageen hiriyaa...

wajaguu go.
GAO

oliifi gadi kaachuu, dhaabbiifi taa'umsa dhabuu. 2. saalfii dhabuu, ija baasuu. 3. of dagachuu, mara...

wajjin buluu go.
GAO

1. wal faana bak a tokko buluu. 2. obaanii jiraachuu; Nama hamaa yoo obsan wajjin bulu.

wajjin da.go.
GAO

bakka tokkotti, walfaana; Wajjin lola deeman.

wajjin kaannee ma.
GAO

hiriyaa wajjin guddatan, tan nama irraa hinbaqanne; Wajjin kaaneen rakkootti nama hingattu.

wajjin rafuu go.
GAO

1. wal faana rafuu; Obboleessa wajjin barsii keessa rafan. 2. dubartii bira dhaquu; Niitii onnaa waj...

wakkallee
GAO

"hilleensa" ilaalaa.

Sponsors