wajaguu go.

GAO

Hiika

oliifi gadi kaachuu, dhaabbiifi taa'umsa dhabuu. 2. saalfii dhabuu, ija baasuu. 3. of dagachuu, maraachuu. 4. "wajagsuu" ilaalaa.
Sponsors