Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
365 Jechoota
wantaa 2 ma.
GAO

baldhina lafaa kan ittin safaran; Lafti waantaan tokkoo wadaroo meeqa ta'aa?

Waqaan buluu go.
GAO

Waaqatti amanuu, jecha Waaqaa kabajuu.

waqafa ad.
GAO

barbaachisaa ta'ee kan hindhiifamne.

waqara 1 ad.
GAO

1. farda yaabbiif namaa hintaane, kan fe'iisa qofaaf oolu. 2. kan gootummaa hinqabne.

waqara 2 ma.
GAO

tuma yookiin qara baasa; Dhakaan daakuu yoo waqara bade daakaa bada.

waqaramuu go.
GAO

1. qarri baafamuu; Dhakaan waqarame daakuu bulleessa. 2. akka malee dhaanamuu.

waqarsiisuu go.
GAO

akka waqaru gochuu.

waqaruu go.
GAO

1. qu'anii qara baasisuu. 2. akka malee dhaanuu, rukutuu.

waqtii
GAO

"yeroo1,2" ilaalaa.

waraaba ma.
GAO

budduuqsa bishaanii.

waraabamuu go.
GAO

bishaan waan akka okkoteetti gara manaatti fuudhamuu; Kuni bishaan waraabbamu. 2. calalaan farsoo ir...

waraabbachuu go.
GAO

bishaan gara manaatti fudhachuu, budduqfachuu. 2.garmalee fudhachuu.

waraabessa ma.
GAO

bineensa saree fakkaatu, kan alkan horii adamsee nyaatu, kan halkan yuusu; "Waraabessi ollaa hintuqu...

waraabsisuu go.
GAO

akka waraabu gochuu.

waraabuu 1
GAO

"waraabessa" ilaalaa.

waraabuu 2 go.
GAO

1. dhangala'aa yookiin bishaan waan akka okkoteetti bakka jiruu fudhachuu, budduqsuu. 2. calalaa far...

waraana ma.
GAO

waan ittiin waraanan, eeboo; "Waraana darbatanii jinfuu hinqabatan" 2. lola garee adda addaa jidduut...

waraanamuu go.
GAO

1. waan qara qabuun diramuu yookiin uramuu. 2, dubbiidhaan tuqamuu; Jechaan waan waraanameef aare. 3...

waraannachuu go.
GAO

1. harka ofiitiin waraanuu; "Surree jilba irran dhumte abbaatu waraannata, deega ijoollummaan dhufte...

waraansa ma.
GAO

1. meeshaa wara naatiin wal rukuchaa. 2. waan qara qabuun ura. 3. dhibee qaama keessaa nama waraanu.

Sponsors