Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
365 Jechoota
walii galuu go.
GAO

yaada walii fudhachuu; "Walii galan, alaa galan."

walii hiluu go.
GAO

1. walii dhiisuu; Nyaata walii hilu malee jecha walii hinhilan. 2. walii nawuu; Kan rakkina argetu w...

walii inaafuu go.
GAO

badii walii jibbuu, walii aaruu; Hiriyaan mamaa qabdu walii inaafti.

walii lama ad.
GAO

tokkummaa kan hinqabne, adda adda; Namni walii lama.

walii looguu go.
GAO

walii hatuu, walii tolchuu; Fira malee diinni walii hinloogu.

walii nawuu
GAO

"walii beekuu" ilaalaa.

walii ooguu
GAO

"walii hiluu" ilaalaa.

walii ta'uu go.
GAO

walii toluu; Dhirsaafi niitiin walii ta'an wal hinhamatan.

walii tufuu go.
GAO

1. dhiifama waliif gochuu, balleessaa irra waliif darbuu. 2 . kan walabaaran yookiin Rabbitti kan wa...

walii wallaaluu go.
GAO

addaan baasuu dadhabuu, kam akka ta'e wallaaluu.

waliin dhawuu go.
GAO

waliin makuu, marquu.

walitti fayyuu go.
GAO

1. wal qabachuu; Madaan saree dafeeti wal.itti fayya. 2. wal ciniinuu; Harreen ilkaaniin walitti fay...

walitti fufuu go.
GAO

1. walitti gudunfuu. 2. walitti araarsuu; Fira walitti tutu malee wal irraa hinkutan.

walitti fuudhuu go.
GAO

1. walitti araarsuu; Rakkinatu isaan walitti fuudhe. 2. iddoo tokkotti guuruu; Bissii xaafii walitti...

walkii ma.
GAO

yaadaan raafama.

wallaala ma.
GAO

1.beekumsa dhabiisa. 2. gowwaa ta'iisa.

wallaalamuu go.
GAO

beekamuu hafuu, yaada keessaa dhabamuu.

wallaalchifachuu go.
GAO

bifa duraanii geeddarachuu, akka wallaalaman ta'uu.

wallaalchisuu go.
GAO

beekumsa dhabsiisuu, laatessuu.

wallaaluu go.
GAO

beekumsa dhabuu. 2. yaadachuu dadhabuu; Of wallaaluun wallaala guddaadha.

Sponsors