Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
tuquu go.
GAO

1. dhaqnaan itti bu'uu; Harka xuriitin uffata koo tuquu dhiisi. 2. harka wayyaa jalaatiin yookiin da...

tura ma.
GAO

waanti tokko yeroo nita'a yookiin nidhufa jedhame irraa gara boodaatti hafa, yeroo dabarsa; "Tura ya...

turaa ad.
GAO

kan turee argame yookiin turee ta'e; Ilma turanii godhatan Turaa jedhuun.

turaaba ma.
GAO

haphee mukaa kan yeroo abiddatti nam'u aarri isaa urgaawu, waan akka ixaanaa kan bifti isaa ashaboo ...

turbaala ma.
GAO

simbira mataan ishee gurraachaa, kan mi'an garmalee nyaattu.

turjumaana ma.
GAO

1. nama dubbataa jiruuf waan dubbatamaa jiru sana jala jalaa afaan biraatti jijjiiree himu; Turjumaa...

turoo ma.
GAO

dhaaba bantii manaa walakkaa dhaabamee mana asii ol utubu, utubaa manaa.

tursiisuu go.
GAO

akka tursu gochuu.

tursuu go.
GAO

akka turu gochuuf Waan nama tursu hinbeekanii qophaa'aa.

turuu go.
GAO

yeroo yaadame irra dabarsuu, yeroo dheeraa fudhachuu.

tusii ma.
GAO

afaafi qoraattii walitti biqilee bosona ta'e yookiin saare.

tussee 1 ma.
GAO

mixii dhaqna mukaa keessa jiraattu, tan yeroo itti o'u eegee ishii ol kaaftee fiigdu, tan yoo nama c...

tussee 2 ma.
GAO

quunxee ijoollee.

tusuu 1 ma. (qaanii)
GAO

seeruu dhiiraa, qunxurroo.

tusuu 2 go.
GAO

biqiltuu wal bira baay'isanii dhaabuu.

tuttoo ma.
GAO

gaam'ee hindaaqqoofi ijoollee xixiqqoo.

tuttufachiisuu go.
GAO

akka tuttufatuuf waan haaraa kennuufii.

tuttufachuu go.
GAO

waan nyaataa yookiin dhugaatii reefuu gawu yeroo jalqabaatiif afaaniin qabuu; Asheeta boqqolloo kale...

tutturuu go.
GAO

bakka dhaqanii yookiin jiranii odoo hindeebi'in yeroo yaadame irra dabarsuu; Keessummaa ta'anii dhaq...

tuttuu go.
GAO

itti deddeebi'anii tuquu; "Abiddiifi iyyeessi tuttuqaa hinjaallatan."

Sponsors