Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
tottolfachuu
GAO

"totolfachuu" ilaalaa.

towachiisuu
GAO

"toohachiisuu" ilaalaa.

tti fu.
GAO

jecha maqaai, irratti fufamee bakka wanti tokko itti ta'e agarsiisuu; Biyyatti gale; Karaa irratti n...

tu fu.
GAO

jecha maqaa yookiin gocha irratti dabalamee waayeen waan sanaa cimsamee jabaatee dubbatamuu isaa aga...

tubbaa ma.
GAO

kirrii maraa tokko, kan warshaa keeseatti qophaawu.

tuca mixii
GAO

"tuqaa mixii" ilaalaa.

tuf jechuu go.
GAO

battala, tasa biraan bawuu.

tufa ma.
GAO

waan afaan keessa jiru yookiin gorora afuuraan darbatanii baasa.

tufaatii ma.
GAO

waan laagaa namaa keessaa tufamu.

tuffachuu go.
GAO

yaada namaa yookiin hojii isaatiif ilaalcha yaraa qabaachuu. 2. ulfina yookiin kabaja dhowwachuu.

tuffannaa
GAO

"tuffii" ilaalaa.

tuffatamaa ad.
GAO

kan ulfina hinqabne, kan kabajni ,hinkennamneef.

tuffee 1 ma. (qaanii)
GAO

1. nafa hormaata hiiraa, qunxurroo, shulee. 2. qaawa hudduu, munnee.

tuffee 2 ma.
GAO

muka hubboo yookiin ro'oo annan ittiin raasan cuqqaalamu, kan yammuu aannan raasan hubboo yookiin ro...

tuffii ma.
GAO

gocha yookiin agarsiisa ulfina yookiin kabaja of keessaa hinqabne; Nama tuffii kee dhiisi.

tufii da.go.
GAO

utuu itti hiyyaadin, dunyitii, tasa, yammuudhuma sana; Keessummaatu tufii na irra baye.

tufsiifachuu go.
GAO

namni nama abaare Waaqni siif haa dhiisu akka jedhu gochuu.

tufsiisuu go.
GAO

akka tufu gochuu. 2. waan karaa malee bade baasisuu yookiin deebisiisuu; Horii sobdee nyaatte sana s...

tufuu 1 go.
GAO

gorora afaan keessaa hafuuraan darbatanii baasuu; Gorora lafa arganitti tufuun ilaalchattl hintolu. ...

tufuu 2 go.
GAO

nama abaraniin Waaqni siif haadhiisu jechuu.

Sponsors