1. lafa dhooqa lolaan keessa yaa'u. 2. waan dhooqa ta'e; Sulula dugdaa keessa dafqi gadi yaa'e.
allaattii odoo qiili'a hinqabaatin lafa irraa yookiin nama harkaa waa buttee barartu, culullee.
mataa kee duwwaa /qofa/, siy; Namni re'ee Badhaasaa hate, suma malee nama biraa miti.
gosa midhaanii kan birraa birraa biyyee gurraacha irra facaasan, kan yeroo baay'ee akkaayiif oolu, s...
hadhaa yoo waan tokkotti nam'e ajjeesu; Summiin nama waan ajjeesuuf eeggachuu barbaachisa, Qorichi y...
gosa qimamii kan bifti keelloo, kan akaayanii buna wajjin dhugan, daakanii nyaata adda addaatti maka...
suphee yookiin dhakaa naannoo abiddaa dhaabanii waan akka okkotee yookiin eelee irraa dhaban, gemmoo...
bakkee mataa ofii olii kan waa itti fannisan; "Kan suuqii fuudhuutti kan ukaa buufte."
daakuu ataraa, baaqelaa yookiin gaayyoo akaawame irraa qophaawu. 2. waxii /ittoo/daakuu atara, baaqe...