Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
suroo ma.
suroo ma.
GAO
Hiika
daakuu ataraa, baaqelaa yookiin gaayyoo akaawame irraa qophaawu. 2. waxii /ittoo/daakuu atara, baaqela yookiin gaayyoo akaawame irraa qophaawu, shuroo; Iyyeessi yeroo baay'ee suroo malee waxii/ ittoo/ foonii argatee hinnyaatu.
Sponsors