Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
suguda ma.
GAO

meeshaa golboo migira irraa hoJjetamu, saanquree.

sugugguruu ma.
GAO

1. lafee hudduu lamaan cinaatti argamu. 2.bakkee lafeen lama nafa keessatti wal gawu.

sugugufuu ma.
GAO

gosa dhukkubaa, kan ijoollee ixiqqoo qabu, kan akka cittoo dhaqnatti shif jedhu, shifee, gifira.

suguyyaa ma.
GAO

1. bakkee foon itti gurguramu yookiin nyaatamu, lukaandaa. 2. nama foon nagadu, gurguru yookiin dald...

sukaa'ee ma.
GAO

biqiltuu urgooftu, kan baala ishii dhadhaa yoo baqsanillee itti naqan, kusaayee, shukee.

sukaawaa ma.
GAO

muka ilkaan ittiin rigatan, rigaa.

sukaawachuu go.
GAO

ilkaan rigachuu.

sukkaara ma.
GAO

waan shishifii mi'ooftu, kan buna, shayii, w.k.f. itti naqanii dhugan, shukkaara.

sukkaaree ad.
GAO

jaalallee akka dammaa, shukkaaraa mimmi'ooftu.

sukkuuma ma.
GAO

1. waa irraa kaasuuf, keessaa balleessuuf yookiin laaffisuuf rirriita Insoosoo sukkuuma; Dhaqna sukk...

sukkuumamaa ad.
GAO

1.rirriitamaa. 2. dhidhiibamaa.

sukkuumamuu go.
GAO

1. waan tokko waa irraa yookiin keessaa baasuuf laaffisamuu, rirriitamuu; Midhaan jiidha qabu hinsuk...

sukkuummachuu go.
GAO

1. wa'a keessaa yookiin irraa baasuuf yookiin laaffisuuf rirriittachuu. 2.dhidhiibbachuu; Buqqa'aa o...

sukkuumsisuu go.
GAO

akka sukkuumu /sukkuumtu/ gochuu.

sukkuumtuu ad.
GAO

dubartii  waan ta'e rirriittu. 2. ogeettii yoo namni dhibame yookiin miidhaan dhaqna irra gaye dhid...

sukkuumuu go.
GAO

waan tokko waa keessaa yookiin irraa baasuuf yookiin laaffisuuf waa jidduu (gidduu) galchanii rirrii...

suksuka ma.
GAO

suuta fiiga, sussuka, deemsa saree, kus kus jecha.

suksuksiisuu go.
GAO

akka suksuku (sussuku) gochuu, sussuksiisuu.

suksukuu go.
GAO

suuta fiiguu sussukuu, akka sareetti deemuu, kus kus jechuu; "Amma dhaabbatan hinqufananii, amma fii...

sulul je.
GAO

sagalee sulullee (culullee) ittiin waaman.

Sponsors