waan yoo wanti nama hubu nama irra gawuu isaa beekan, argan yookiin dhaga'an namatti dhaga'amu; "Abj...
tan hamaan na irra gaya yookiin balaan natti bu'a jettee yaadan raafamtu, dabooroo; Sodaattuun halka...
maqaa firoomaa kan warri fuudhaniifi heerumsiisan walitti firoomanii ittiin wal waaman, dumashii.
sagalee baallii yookiin wanti gogaa haphiin yoo warraaqe yookiin tuqame dhageessisu.
1. wanti haphii gogaan warraaqee sagalee dhageessisuu. 2. warraaquu, deemuu; Amman dhufutti bakkanaa...
1. muka baalli isaa fiixee irraa qoree qabu, kan daraaraan isaa kubba fakkaatu, kosorruu, dobaa. 2. ...