sirrii taasifachuu.
1. sholooloo (sorooroo), kan daba hinqabne, kan jallaa hintaane.
nama homaa hiyyaanne.
kooraa (boonaa) deemsa.
kan boonaa deemu.
kooraa (boonaa) deemuu.
akka gaariitti,faaraan, odoo hinballeessin; Akka furdattuuf sirriitti nyaadhu;Hinballeessini sirriit...
sirrii ta'iisa.
yeroo tokkollee, waawuuyyuu, yoomiyyuu; Ani sirumaa isa argee hinbeeku.
jaalala waan tokk of qaban yeroodhaaf jalqaba irratti agarsiisan.
nam sissinnaawu, kan yeroof waan tokko jaallatu.
dubbii dhugaa hintaane, kijiba; Soba yoo dubbatan oolanii bulaniiti itti qaana'an.
1. dubbiin dhugaa hintaane namatti himamuu, kijibamuu. 2. goyyoomfamuu; Daa'imaan sobamee qarshii xi...
tan dhugaa hindubbanne, kijibduu.
akka sobu ykn sobdu gochuu.
"shaanii" ilaalaa.
"sosso'a" ilaala .
"sosso'uu" ilaalaa.
"sossoosuu" ilaalaa.
"sossootuu 2" ilaalaa.