sobamuu go.

GAO

Hiika

1. dubbiin dhugaa hintaane namatti himamuu, kijibamuu. 2. goyyoomfamuu; Daa'imaan sobamee qarshii xinnootti borii isaa gurgure.
Sponsors