Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
shuroo ma.
GAO

daakuu atara yookiin baaqelaa akaawamee, ittoon irraa qophaawu. 2. ittoo atara yookiin baaqelaa akaa...

shurrubbaa dhawuu go.
GAO

rifeensa mataa (qajjisa) shurrubbaa taasisuu.

shurrubbaa ma.
GAO

mataa yookiin qajjisa dhayame yookiin fooyame.

shurrubbee ad.
GAO

dubartii mataan shurrubbaa.

shuruquu go.
GAO

midhaan mooyyee keessatti muka mooyyeetiin (bokkuun) qola irraa baasuuf tumuu, shuquluu, shuqunuu.

shuumamuu go.
GAO

nama keessaa filamanii (foyamanii) taayitaa argachuu, bulchaa ta'uu.

shuumii ma.
GAO

nama taayitaa qabu;Rakkoo namairra gaye shuumi itti himatu.

shuummoo
GAO

"suummoo" ilaalaa.

shuumsisuu go.
GAO

akka shuumamu gochuu.

shuumuu go.
GAO

nama keessaa filanii (foyanii) taayitaa kennuufii, akka bulchu gochuu.

shuuroo
GAO

"marqaa" ilaalaa.

si'achi da.go.
GAO

gara fuunduraa, yeroo dhufu; Amma humaa hinjedhu, kan si'achii hinbeeku malee.

si'achiisuu go.
GAO

akka si'atu yookiin si'attu gochuu.

si'achuu go.
GAO

1. baay'isanii hawwuu, gumja'uu (gomja'uu) 2. rukutuuf itti jedhanii dhiisuu, aggaamuu, aggachuu; Na...

si'ana da.go.
GAO

si'a kana, yeroo kana.

si'atamuu go.
GAO

rukutamuuf jedhanii dhiifamuu, aggatamuu, aggaamamuu.

Si'awuu go.
GAO

waan ta'e hojjechuuf barbaacha guddaa qabaatanii argamuu; Waan hojjechuun namaa hinoolletti, si 'aaw...

Sibaaabii ma.
GAO

naannoo mana jalaa karaa alaatiin.

sibiila 1 ma.
GAO

waan biyyee keessaa foyamee baye, maarashaa, qottoo, dhakaraa, w.k.f. irraa qophaawu; Sibiilli amma ...

Sibiila 2 ad.
GAO

waan hara malee jabeenya qabu; Inni sibiila malee hunda dhaanamee irraa hinhafu ture.

Sponsors