Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
sharara ma.
GAO

bifa adda addaa itti baasanii bareecha, sarara.

sharariitii ma.
GAO

uurnaa luka saddeeti qabdu, tan man'ee ishii ijaarrattee keessa jiraachuudhaan iibiisa adda addaa ny...

shararuu go.
GAO

bifa adda addaa itti baasanii bareechuu, sararuu.

sharashartuu 1
GAO

"charchaarii" ilaalaa.

sharashartuu 2 ad.
GAO

nama yaadaani raafamtu, tan yaadni dhaaba hinqabne.

sharasharuu 1
GAO

"characharuu" ilaalaa.

sharasharuu 2
GAO

"seesuu 2" ilaalaa.

Shari'aa ma.
GAO

seera Islaamni itti bulu.

sharrafa ma.
GAO

fiixee irraa cabsa, mura.

Sharrafamuu go.
GAO

fiixeen irraa cabuu, rnurarnuu.

sharrafsiisuu go.
GAO

akka sharrafu gochuu.

sharrafuu go.
GAO

fiixee irraa cabsuu, muruu, sheelechuu, seelkee taasisuu.

sharshaarii
GAO

"charchaarii" ilaalaa.

sharuura ma.
GAO

waan faayidaan isaa sirriitti hinbeekamne, hinmuldhanne, waan yartuu.

shashara ma.
GAO

ingudaayee yookiin commee nyaatamu.

shatoo ad.
GAO

1. nama miill isaa dalga ejjetu; Shatoon yoo deemu koomeen wal rukuta. 2. giingoo (geengoo) oofichoo...

shax gochuu go.
GAO

1. alangeen yookiin haxeen rukutuu, garafuu. 2. lammata odoo'itti hindeebi'in tokkichumaan kutanii b...

shaxee 1 ad.
GAO

qara fiixeen qal'atu.

shaxee 2 ma.
GAO

alangaa, karaabii(muka qal'oo), w.k.f. xinnoo keessumattuu kan daa'ima ittiin adaban; Shaxee muradhu...

shaxxee
GAO

"shaxee 2" ilaalaa.

Sponsors