meeshaa akka hordaa kan baallaa isaatti sibiila qara qabu itti kaayanii lafa ittiin diddiqan.
dhugaatii bishaaniifi baala shaayii jedhamuun walitti danfee sukkaara itti naqanii dhugan.
waan tokko odoo hinjabeessin yookiin hinmiidhagsin ijaaruu, fowuu, hodhuu, w.k.f.
1.afaan mi'aadhaan nama miidhuuf lafa jala deemuu. 2. jecha namaa waan abbaan hinjennetti geeddaruu,...
1. "shafshafamaa" ilaalaa. 2. nama dubbii garaatti qabachuu hindandeenye. 3. nama dubbiin isa dhaaba...