Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
Sanbata ma.
GAO

guyyaa Jimaataafi Dilbata j idduu oolu, akkasumas naannoo tokko tokkotti) guyyaa Sanbata duraafi Daf...

Sanbata xiqqaa
GAO

"Sambata xinnaa" ilaalaa.

sandaaboo ma.
GAO

1. daraaraa sammuu muka boqqolloo irratti biqilu,ficee. 2. gosa abaaboo.

sandaba ma.
GAO

jifaara beerri Oromoo Arsii addarratti hidhattu, kan mi'a fardaa bareechuuf itti rarraasan.

sanduuqa ma.
GAO

mi'a mana kan muka yookiin sibiila irraa hojjetamee mi'a (keessattuu uffata) keessa kaawwatan, saaxi...

Sanee ma.
GAO

ji'a Caamsaafi Adoolessa jidduu oolu, Waxabajjii.

Sangaa ma.
GAO

1. horii manaa kan qonnaaf oolu, qotiyyoo. 2. qotiyyoo tumamee yookiin kola'ee akka gabbatu ittiin q...

Sangooma ma.
GAO

sangaa ta'iisa, dhalcha dadhaba, gabbacha.

Sangoomfachuu go.
GAO

sangaa taasifachuu.

Sangoomsuu go.
GAO

akka sangaa ta'u gochuu.

Sangoomuu go.
GAO

sangaa ta'uu dhalcha dadhabuu, gabbachuu.

Sangummaa ma.
GAO

sangaa ta'iisa.

sanxii ma.
GAO

sibiila (meeshaa) gar tokkoon qara qabu kan yoo gadi deebisan qarri isaa muka harkaan qabatan keessa...

saqa
GAO

"sabaqa " ilaalaa.

Saqaa ma.
GAO

1.lafa fagoo yookiin Ganda jalaa. 2. waan qaanii; Dubbii saqaa dubbachuun gaarii miti.

saqala ma.
GAO

morma qotileetti (qotiyyootti) harqoota 'qanbarrii) hidha, camada.

saqalaa ma.
GAO

1. mana yookiin gootaraa guddaa. 2. mqna roga afur qabu, mulaalee. 3. mana garasiifi garanaan walitt...

saqalachuu go.
GAO

1. camadachuu. 2.qotiyyoota camadaman horachuu.

saqalamaa ad.
GAO

camadamaa.

saqalamuu go.
GAO

harqootni (qanbarriin) morma qotileetti hidhamuu, camadamuu.

Sponsors