waan akka waraqataa addaatu, kan fooniifi lafee gidduutti argamu; Ribuun lafeefi foon waliin ga'a yo...
waan qaqal'aa akka kirrii kan gogaa namaafi horii irratti biqilu; Daqni isaa rifeensa duwwaadha;Mata...
muka qaqal'aa ilkaan ittiin (riguudhaan) qulqulleessan; "Rigaa naa muri rigaa, rigaa keetu na marare...
1. akka namaa bareeduuf jecha waan tokkoon soofachuu, sukkuummachuu; Ilkaan qulqulleeffachuuf rigach...
maseena dhaqna guutuu,kan akka re'ee, hoolaa w.k.f.; Riidama gatiin ishee mi'aadha.
sirna biyya bulchuu keessatti kan namoonni bakka buutota saba bal'aa ta'an !owamanii bakka olaanaa q...
1. waanti tokko waan biraatti of sukkuumuu; Fardi cittoo manatti riigachuu jaallata. 2 waa argachu b...
Mi'a leemmana irraa tolfamu, kan midhaan maasii keessaa ittiin gara manaatti guuramu, shaalii.
1. lafa diriiree mul'atu. 2. ciisee kan dhokatu, keessumattuu hubaatii geessisuuf yookiin jalaa bawu...
lafa irra diriiruu, keessu attuu dhokachuudhaaf; Diina daggala keessa riphanii eeggatu.
buusaa dalga kan muka irraa yookiin simmintoo fi dhagaa, akkasumas sibiila irraa laga irratti ijaara...