Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
180 Jechoota
rawa'achiisuu go.
GAO

1. akka raaw'atu gochuu; Hojii kana sittin dhiisee deemaa naa rawachiisi. 2. lubbuu keessaa baasuu y...

reebamuu go.
GAO

lafti kanaan dura hinqotamin baqaqtamuu, garagalfamuu.

reebbachuu 1 go.
GAO

1.waan ofii, keessumattuu mucaa ofii rukuttaadhaan adachuu; Hucu kee kana reebbachuu baannaan amala ...

reebbachuu 2 go.
GAO

tapha kisaaraa yookiin qumaaraa keessatti abbaan nyaatame horii isaa falmachuu; Horii kee maaliif ny...

reebi'uu 1 go.
GAO

rukuchiisuu, dhaansisuu.

reebicha 1 ma.
GAO

rukuttaa, gocha reebuu; Haati manaa isaa reebicha isaa dadhabdee biraa sokkite.

reebicha 2 ma.
GAO

duukaa fiigicha.

reebiina
GAO

"reebicha" ilaalaa.

reebsisuu 2 go.
GAO

fiigichaan gaqqabsiisuu, hordofsiisuuf.

reebuu 1 go.
GAO

uleedhaan, harkaan yookiin rasaasaan itti deddeebi'anii dhawuu, rukutuu.

reebuu 2 go.
GAO

fiigichaan duuchaa.

reef
GAO

"reefuun" ilaalaa.

reefa ma.
GAO

horii manaa yookiin bushaayee, kan hoolaa fakkaattu, hoolaa irra garuu kan saffistu, kan eegeen isee...

reeffa ma.
GAO

1. nafa lubbun keessa hinjirre, keessumattuu kan namaa; Reeffa hin awwaalu. 2. kan humna hinqabne, d...

reeffana
GAO

"mirgoo 2" ilaalaa.

reefuma da.go.
GAO

ammuma reefuu, ammuma dhiwoo.

reefuu da.go.
GAO

yeroo baayree hinturin, amma kanatti kan dhiyaatu yookiin amma dhiwoo; Mucaan reefuu hirribaa ka'e.

reejjii ma.
GAO

muka baalli isaa xiraawu, yeroo baay'ee lafa kosii qabutti kan margu.

reettii
GAO

"re'ee" ilaalaa.

ribduu ma.
GAO

meeshaa yammuu bishaan yookiin qilleensi itti bu'u socho'ee mootora sochoosu.

Sponsors