1. waraqata nama himatame bakka barbaadametti ittiin waaman. 2. kaarnii gibira ittiin kaffalan.
1. morma muranii yookiin buusanii nyaataaf qopheeffachuu. 2. qalanii nyaachuu; Akka jabaattuuf t...
waan bifa adda addaa qabu, kan mana, mi 'a manaa, w.k.f., dibanii ittiin bareechan, halluu; Ye...
yaada galfachuu, itti yaadanii hojjechuu; Mucaani akka qalbii godhatu gorsi.
yaada mataa yookiin humna mataa kan beekumsa qabatee yaadachuu danda'u; Namni qalbii hinqabne beella...