qalachuu go.

GAO

Hiika

1. morma muranii yookiin buusanii nyaataaf  qopheeffachuu.  2. qalanii nyaachuu; Akka jabaattuuf tuntunnoo re' ee qaladhu.
Sponsors