Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qiinqimuu
GAO

"qamaqqamuu 1" ilaalaa.

qiiqqee 1 ma.
GAO

dhooqa quba abbuudduu duubaa; Qiiqqee gubachuun haafaa jira.

qiiqqee 2 ma.
GAO

waan harkaafi luka hadoochu kan dafee nama dhiisu; Qiiqqeetu harka dachaafachuu isa dhowwe.

qiirucii ma.
GAO

dugda walakkaa yookiin bo'ii dugdaa; Eeboo darbateeti qiinxii waraane.

qiixxaa ma.
GAO

daakuu bishaaniin sukkuumamee otoo hinbukaayin tolfamu; Qiixxaan aannaniin unatanii yoo nyaatan ni m...

qilba ma.
GAO

karaa biiftuun baatu, Baha; Qilbatti yoo garagalan harki bitaa gara boroo oola.

qilee ad.
GAO

waan gadi fageenya guddaa qabu, bal'aa fagoo; Qileen bishaanii daaktullee ninyaatti.

qilee bu 'uu go.
GAO

1.. bool'a waan ta'ee keessa seenuu. 2 . waan hamaa keessa seenuu; Hiriyaan boru hinlaallanne qilee ...

qilimxoo ma.
GAO

gosa mukaa.

qilirucoo
GAO

"qilimxoo" ilaalaa.

qillee ma.
GAO

tapha jirmaan yookiin uleedhaan buruurii lafa irra oofanii taphatan, kollee; Otoo qillee taphatuu bu...

qilleensa fudhachuu go.
GAO

1. afuura nama barbaachisu fudhachuu; Ijoollee daa'ima qilleensa qabbana qabu aara galfachuu, boqoch...

qilleensa ma.
GAO

afuura uumamni jireenya qabu ittiin jiraatu; Namni qilleensa malee jiraachuu hindanda'u.

qilxuu ma.
GAO

gosa mukaa.

qimamii ma.
GAO

waan waan tokko urgeessu yookiin mi'eessu, kan tumanii yookiin daakanii wayitti makan; Waxiin qimami...

qimmiichisuu
GAO

"qimmiidsisuu" ilaalaa.

qimmiidamuu go.
GAO

qimmiiddaan adabamuu; Mucaan waan qimmiidameef booya.

Qimmiiddaa ma.
GAO

quba yookiin qeensa lamaan qabanii dhukkubsa; Ijoolleen harcummee irra qimmiiddaa sodaatti.

qimmiidsisuu go.
GAO

akka qimmiidu gochuu.

qimmiiduu go.
GAO

quba yookiin qeensa lamaan qabanii dhukkubsuu; ijoolleen waan badaa yoo hojjette qimmiiduu barbaachi...

Sponsors