Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qeexa
GAO

"qanxaba" ilaalaa.

qeexachuu
GAO

"qanxabachuu" ilaalaa.

qeexamuu
GAO

"qanxabamuu" ilaalaa.

qeexuu
GAO

"qanxabuu" ilaalaa.

qeeyee
GAO

"qe'ee" ilaalaa.

qela'uu
GAO

"qeera'uu" ilaalaa.

qibaaba ma.
GAO

eelee suphee kan buddeena irratti tolfatan; "Buddeena nama quubsu qibaaba irratti beeku".

qibaatii
GAO

"dibata" ilaalaa.

qica ma.
GAO

xinneessanii kenna yookiin buusa; Qica bishaanii waan itti xinneessaniif dheebuu hinbaane.

qicachuu go.
GAO

1. dheedhii xinneessanii hammaarrachuu; Atara qicateeti akaawwate. 2. bishaan yookiin dhangala'aa ad...

qicamuu go.
GAO

xinneessamee buufamuu yookiin kennamuu; Erga bishaan harkaa qicamee nyaanni dhiyaate.

qichirtii
GAO

"ciqirtii" ilaalaa.

qichuu
GAO

"kichuu" ilaalaa.

qiciicaa ad.
GAO

rifeensa mataa kan luuccaa yookiin gafaree hinta'in; Mataa qiciicaan yoo haadan daafee hinmargu.

qicuu 1 go.
GAO

xinneessanii buusuu yookiin kennuu.

qicuu 2
GAO

"kicuu"  ilaalaa.

qiddaasee ma.
GAO

galata qeesonni Ortodoksii bataskaana keessa dhaabbatanii kennan; Hamma qeesonni qiddaasee raawwatan...

qiinqima'a
GAO

"qamaqqama 1" ilaalaa.

qiinqimachuu
GAO

"qamaqqamachuu" ilaalaa.

qiinqimsiisuu
GAO

"maqqamsisuu" ilaalaa.

Sponsors