1. fiixee qara itti baasuu, akka hindoomne gochuu; Jarri garbuu haamuuf haamtuu qaru. 2. abshaala ta...
1. tasa cabuu yookiin cituu; Bubbee hamaan qilxuu qarxam godhe. 2. gaafa malee du'uu; Mucaa sana dhi...
shambaqqoo aangii muranii kirrii fo'amaa itti maran; Jirbii qasamii irratti dawwaru.
meeshaa waraanaa yookiin lolaa kan mukaafi sibiila irraa qophaa'u, kan rasaasa dhukaasu; Qawwee beel...
muka shankoora fakkaatu kan keessaa aangii qaawaa qabu, shambaqqoo; Qawwisaan ulullee ta'a.