qaruu go.

GAO

Hiika

1. fiixee qara itti baasuu, akka hindoomne gochuu; Jarri garbuu haamuuf haamtuu qaru. 2. abshaala taasisuu; Ijoollee gorsanii qaruu barbaachisa.
Sponsors