qarabaa mataatti dirachuu yookiin suuqqachuu. 2. deessuu yookiin araasii ta'uu; Dubaftiin deesse qar...
hidda qoricha dhibee garagaraatiif ta'a jedhamu; Uffata deessuutti qarabichoo ulu.
waan akka maraatuu nama godhu; Durbi geessuun tokko tokko qaracatu irraa gurbaanana, yoomiituu hojii...
1. sibiilli yookiin mukni 'akka waa namaa muru gochuu. 2. dubbii baruu, afaan mi'aawuu; Mucaan erga ...
of irraa fageessanii qabuu; Didiitii qaratti qabaniiti waan barbaachisutti biifu.
1. kan sirriitti hinbilchaatin; Foon qarcabbaa'aa nyaateeti garaa isa dhukkubse. 2. dulloomaa; Jaars...
1. bilchina dhabuu; Foonni abiddi itti xinnaate niqarcabbaa'a. 2. dulloomuu; Yoo gar malee aaran daf...