Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qancaruu go.
GAO

1. sirriitti bilchaachuu, gormuu. 2. bilchina jala darbuu. 3.guddina fixachuu; Jaarsi qancare dubbii...

qanqalloo
GAO

"qalqala" ilaalaa.

qanxaba ma.
GAO

xinnoo, xinnoo baasanii gurgura; Rakkataan qanxaba nyaata.

qanxabachuu go.
GAO

qanxaba bitachuu yookiin gurgurachuu.

qanxabamuu go.
GAO

qanxaba bitamuu yookiin gurguramuu.

qanxabsiisuu go.
GAO

akka qarucabu gochuu.

qanxabuu go.
GAO

xixinneessanii yookiin irraa cabsanii gurguruu yookiin bituu.

qanxal gochuu
GAO

"qamxal gochuu" ilaalaa.

qaphee
GAO

"qabee"  ilaalaa.

qaqa ma.
GAO

1. qola yookiin quncee muka irraa kaa'uuf abidda rukuchiisa. 2. abiddatti karkarsa; Namni bilchaate ...

Qaqa nyaachuu go.
GAO

qaqaa godhachuu.

qaqaa fuudhuu go.
GAO

qaqaadhaan leela'uu.

qaqaa godhachuu go.
GAO

qaqaa baasuu; Biqila aara irra yoo kaa'an qaqaa godhata.

qaqaa ma.
GAO

leelee aaraa; Manni dulloome qaqaa baasa.

qaqaawuu go.
GAO

xurii godhachuu, gurraachawuu; Manni qaqaawuu calqabe hinbareedu.

qaqachuu go.
GAO

abiddatti karkarfachuu; Uleen akka gurraacha'uufi abiddatti qaqatu.

qaqal'aa ad.
GAO

1."qal'aa" ilaalaa. 2. qal'ina kan qaban; Gaattiraa qaqal'aa murate.

qaqal'ii ma.
GAO

1. goromii yookiin koromii, xabbootii. 2 marga yookiin muka qaqal'aa muranii mana ittiin ijaaran; Qa...

qaqaluu ma.
GAO

re'ee goromtii.

qaqamuu go.
GAO

1. abiddatti yookiin aduutti karkarfamuu. 2. aaraan ulamuu; Uleen qaqame nigurraacha'a.

Sponsors