Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
820 Jechoota
magarsuu 2
GAO

"magariisu" ilaalaa.

maggaanyaa ma.
GAO

1.dhibee badaa maggaanyaan nama qalbisiisa Jedhamu. 2. ayyaana, seexana yookiin sodaatamaa dhibee fu...

maggaanyeffamuu go.
GAO

1.maggaanyaan nama dhawuu. 2. gar malee rukutamuu.

maggaanyessuu go.
GAO

1.maggaanyaa dhoofsisuu. 2. rukuttaa cimaa rukuchuu.

maggaarrajaa ma.
GAO

daara balbala, fodaaa,w.k.f. irratti dawoof jedhanii fannisan, golgaa.

maggala ma.
GAO

iddoo tokko keessa asiif achi deddeebi'a, garmaama.

maggalaa ad.
GAO

kan asiifi achi maggalu, garmaamaa.

maggalaiisuu go.
GAO

akka maggalu gochuu.

maggaluu go.
GAO

iddoo tokko keessa asiifi achi deddeebi'uu, gaarmaamuu; Fardi gulufuu barbaade yoo luugama aaban nim...

maka ma.
GAO

waliin dabala, waliin dhawa.

makaa ad.
GAO

kan waan biraa dabalate, qulqulluu kan hinta'in; Dhiiga makaa qaba.

makachuu go.
GAO

1.walittidabalachuu; wajjin nyaachuuf midhaan walitti makatan. 2. walitti dabalamuu; Yeroo ammaa gos...

makamuu go.
GAO

waliin dabalamuu, waliin dhahamuu.

makara ma.
GAO

yeroo midhaan alaa walitti qabamu; Aroma makara irra jiru.

makaraa
GAO

"rakkina 2" ilaalaa.

makaraarsuu
GAO

"mankaraarsuu" ilaalaa.

makaraartuu
GAO

"mankaraartuu" ilaalaa.

makaraaruu
GAO

"mankaraaruu" ilaalaa.

makarajii
GAO

"marrajii 2" ilaalaa.

makaruu go.
GAO

1.midhaan alaa galchuu. 2. bu'aa hojii ofii argachu.

Sponsors