maggaanyaa ma.

GAO

Hiika

1.dhibee badaa maggaanyaan nama qalbisiisa Jedhamu. 2. ayyaana, seexana yookiin sodaatamaa dhibee furmaata hinqabne namatti fida Jedhamu; Maggaanyaan rukuteeti ataan jallate. 3. dhibee qabata qilleensa qabbanaaf o'aatiin nama qabu; Ganamaan ka'een balbala irratti maggaanyaan na rukute.
Sponsors